___________________________________________
Waan haaraa jalqabuu fi naannoo mijataa (Comfort zone ) keessaa ba’uun baayyee sodaachisaa ta’uu danda’a. Garuu sodaan gonkumaa waan duubatti si deebisu ta’uu hin qabu.
Sodaa kanaaf qorichi hundarra gaariin HOJACHUUDHA (GOCHAADHA). Sodaa sana irraa fagaachuun akka nama sodaachisu waan godhuuf sodaa sana fuuldura Ademuun murtoo sirriidha
kanaaf
hin sodaatin sodaa fuuldura ademi malee. Akkuma tarkaanfii eegalten sodaan sun ni xiqqaata kanaaf hin taahin sochii eegali.
Sodaan mallattoo Guddachuufi barachaa ademuu kee agarsiisa. “Confort zone” kee keessaa baatee “growth zone” seena jirta. jabaadhu!!
Gara fuulduraatti deemaa jirtu sun gaariidha.
yaadoota akkasii argachuuf website keenya QAROO FAMILY follow godhaa
QAROO! Habtee Damee
#FOLLOW_QAROO_FAMILY. qaroo.family.blog