Hin sodaatin / Don’t afraid

___________________________________________ Waan haaraa jalqabuu fi naannoo mijataa (Comfort zone ) keessaa ba’uun baayyee sodaachisaa ta’uu danda’a. Garuu sodaan gonkumaa waan duubatti si deebisu ta’uu hin qabu. Sodaa kanaaf qorichi hundarra gaariin HOJACHUUDHA (GOCHAADHA). Sodaa sana irraa fagaachuun akka nama sodaachisu waan godhuuf sodaa sana fuuldura Ademuun murtoo sirriidha kanaaf hin sodaatin sodaa fuuldura ademi malee.Continue reading “Hin sodaatin / Don’t afraid”

SAREEN, SAREE TA’UU ISHEE GAAFA BEEKTU AKKA SAREETTI JIRAACHUU QABDI!

SAREE TA’UU ISHEE IYYUU BEEKTII LAATA? Addunyaa har’aa kana keessa wantoota heeddutu jira. qabatamaniis ta’e yaadan jechuudha. wantonni kun hundinuu garuu amalafi yaada mataa isaanii danda’e qabachuun isaanii immoo walirraa akka isaan adda tahanif Isaan gargaara. sareen eenyu akka taate ofii ishee hin beekne saree ta’uu ishee dagatti. ta’us sareen sareedhuma. Namnis kan inni bineensaContinue reading “SAREEN, SAREE TA’UU ISHEE GAAFA BEEKTU AKKA SAREETTI JIRAACHUU QABDI!”

HOW YOU CAN CHANGE SOMEONE ATTITUDE AND BEHAVIOR?

IF YOU WANT TO CHANGE SOMEONE ATTITUDE AND BEHAVIOR! – Stay on the truth .– Respect the promise you made.– Don’t promise you will do what you can’t do.– Don’t let yourself hope for what you can’t do for others– Forget your own worth, focus on the benefit of others because, you will benefit byContinue reading “HOW YOU CAN CHANGE SOMEONE ATTITUDE AND BEHAVIOR?”

Design a site like this with WordPress.com
Get started